1 Timothy 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yaadi ajaja kanaa ammoo jaalala gadhaa qulluu irraa, wodanaa dansa'aa fi dhugeeffannaa dhuga'aa irraa ka ka'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nu seera kana baamneefi, aka jaalalti ta garaa dansa keesaa baatuufi ta qalbi dansaafi d'ugefacha dansa keesaa baatu, mullattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nu seera kana baamneef akka jaalaltii garaa dansaa, qalbii fi dhugeeffachaa dansaa keessaa baatu mulalattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raawwiin ajajaa ammo jaalala garaa qulqulluu keessaa, sammuu misha'aa fi amantii uf tuuluu hin qabne keessaa ka ol bayu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raawwiin ajajaa ammoo, jaalala garaa qulqulluu keessaa, sammuu misha'aa fi amantaa uftuuluu hin qabne keessaa ka ol bayu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kaayyoon ajaja kanaa garuu onnee Qulqullu'uun, sammuu misha'aa amantii dhuga'aa irraa jaalala argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi ajaja kanaa ammoo jaalala gadhaa qulluu irraa, wodanaa dansa'aa fi dhugeeffannaa dhuga'aa irraa ka ka'e.