1 Timothy 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gariin kana irraa deebi'anee gara dubbii bu'aa hin qannee deebi'aneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari ya waan kana lakise, hasaa daalluma gula bade.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ya waan kana lakkisee moroomaa homaa hin baane gula bade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin keessaallee gari gariin dogoggoranii waan jedhan, yookaan sirri'itti uduu hin hubatin,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanniin keessallee gari gariin dogoggoranii waan jedhan yookiin sirri'itti uduu hin hubatin, barsiisoota seeraa ta'u'uuf barbaada'aa gara dubbii duwwa'aa siiqaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni tokko tokko wonittoota kanniin irraa fooyamanii, gara mormmii tasaa deebi'anii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin kana irraa deebi'anee gara dubbii bu'aa hin qannee deebi'aneeran.