1 Timothy 1:7 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan barsiisota seera Waaqaa te'iisaaf barbaadan, ammoo waan dubbatanuuyyuu yookiin waan guutannee beenna jedhanuuyyuu hin hubatanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barsiiftu seera Waaqa tahu fed'ani, ammo dubbi ufitiifi waan jabeesani odeesani suni inhubatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii kun waan ufii dubbatanii yokaan waan jabeessanii odeessan adoo hin hubatinnuu, barsiisota seera Waaqaa ta'uu fedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
barsiisoota seeraa ta'u'uuf barbaada'aa gara dubbii duwwa'aa siiqaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka taasisan barsiisota Seeraa ta'uuf barbaadaniiti, haa ta'u malee waan dubbatan hin beekan yookiin nu'u sirri'i waan ittiin jedhan'llee hin hubattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan barsiisota seera Waaqaa te'iisaaf barbaadan, ammoo waan dubbatanuuyyuu yookiin waan guutannee beenna jedhanuuyyuu hin hubatanu.