1 Timothy 1:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami akka dansaa ittiin yoo huje seerri dansaa akka te'e hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Seeri dansa imbeenna, yo aada gula tolfatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo silaa namii karaa dansaa gulaan hojatee, akka seerii dansaa inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo namni akka ta'utti uduu ittiin hojjatee, seerri mishaa akka ta'e hin beenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo namni akka ta'utti uduu ittiin hojjatee, seerri mishaa akka ta'e hin beenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni akka ta'utti yoo ittiin hojjate Seerri mishaa ta'uu ni beekinna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akka dansaa ittiin yoo huje seerri dansaa akka te'e hin beenna.