1 Timothy 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma waan duudi'iin dura, kadhaan, daadimannaan, worra dhibiif daadimatu'uu fi galata dhiyeessuun Waaqa duratti nama duudi'iif akka godhamuuf gorsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaraa fiit'e, waan anini jed'u, kad'achaafi yaamachafi galata Waaqa deebisiti maro nama ch'ufatiifi tolcha;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaraa fiixee, waan cufaa duraatti kadhachaa, yaammachaa fi galata Waaqaa deebisaa marroo nama cufaatiif tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Rabbiin waaqeffatuu, suutuma, cadhisu'uu fi gad uf qabuu maraan akka jiraannu, Rabbiin kadhachuu, faateffachuu, waan namoota biraatiif Rabbiin kadhachu'uu fi galatoonfachuu, waan moototaatii fi bulchoota maraaf waa maraa dura kunniin akka ta'u gorsa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa Rabbiin kaddaamuu, suutuma, cadhisu'uuf, gad uf qabuu maraan akka jiraannu, Rabbiin kadhachuu, faateffachuu, waan namoota biraatiif Rabbiin kadhachu'uu fi waan namootaa, waan moototaatii fi bulchoota maraaf waa maraa dura kunniin akka ta'u gorsa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaa waaqeffachu'uu fi jireenna ulfinnaan guuttameen kadhata'aa, kadhannaa, worwwaataa fi galanni namoota maraaf, akka taasfamu ni gorssa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma waan duudi'iin dura, iyyannoon, daadimannaan, worra dhibi'iif daadimatu'uu fi galata dhikeessuun Waaqa duratti nama duudi'iif akka godhamuuf gorsa.