1 Timothy 2:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartiin cadheessaa fi ajajamaan barattuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni ch'alleesafi obsaani wo barachu malte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen calleessaa fi obsaan wayi barachuu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartiin ammo waa maraanuu ajajama'aa suutaan haa barattuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartiin ammoo waa maraanuu ajajama'aa suutaan haa barattuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin tasgabbi'ii fi ajajamu'uun haa barattu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin cadheessaa fi ajajamaan barattuu ti.