1 Timothy 2:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Teetuu malee dubartiin dhugeeffanna'aa fi jaalalan, woyyumma'aan ifi qabattee yoo jabaatte ilmee deyiisaan hin fayyiti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nad'eeni yo ijoolle d'alte baafamti, yo isiini d'ugefachaafi jaalalafi qulqulloomafi adaba dansaani teete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen ammoo yo ijoollee dhaltee, dhugeeffachaa, jaalalaa, qulqulloomaa fi adaba dansaan teette baafamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo jaalalaa fi amanti'iin, woyyumma'aan mataa ufii gad qabatanii yoo jiraatan, dayaan hin fayyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo jaalalaa fi amanta'aan, woyyumma'aan mataa ufii gad qabatanii yoo jiraatan, dayaan hin fayyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu dubarttiin amanti'ii fi jaalalaan, Qulqullumma'aan'llee yoo jajabaattee, mataa isii'llee toowachu'uun uduu jiraattee, finna dayu'uun ni fayyiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee dubartiin dhugeeffanna'aa fi jaalalaan, woyyumma'aan ifi qabattee yoo jabaatte ilmee deyiisaan hin fayyiti.