1 Timothy 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Daadimati akkasii Waaqa fayyisaa keenna duratti dansa'aa fi ka fudhatama qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini dansa, ammalle Waaqa Qarqaarsa keenna gammachiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kun waan dansaa, ammallee Waaqaa baasaa keennaa gammachiiftii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi fayyisaan keenna namoonni maruu akka fayyanii fi dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi qorichi keenna namoonni maruu akka fayyaniif dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee Fayyisaa keenna Waaqa duranatti misha'aa fi waan nama gammachiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimati akkasii Waaqa fayyisaa keenna duratti dansa'aa fi ka fudhatama qabu.