1 Timothy 2:4 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni nami duudiin akka fayyuu fi dhugaa akka beeku barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ch'ufa ka baafame d'uga baratu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii nama cufaa ka baafamee dhugaa baratu fedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fedhiin Waaqaa naminni marrinuu akka fayyanii fi dhugaa akka beekaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni nami duudiin akka fayyuu fi dhugaa akka beeku barbaada.