1 Timothy 2:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre anille sababa kanaaf dhugeeffanna'aa fi dhugaa lallabiisaaf ergama'aa fi barsiisaa te'ee, gara worra Yihudoota hin te'inii ergame. Ani dhugaa dubbatiisatti jira malee hin sobu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi aka anini ergattufi, barsiiftu gosa d'ibi tahu na ergani, aka d'aamsa d'ugefachaatifi ka d'ugaa odeesu. Anini kiyyibuuti injiru d'uga dubbachuu jira!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif akka anin ergamaa fi barsiisaa gosa dhibii tahu na ergan, akka dhaamsa dhugeeffachaatii fi dhugaa haasa'u; anin kiyyibuutti hin jiru dhugaa dubbachuutti jira malee!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee waan kanaaf amanti'ii fi dhugaa lallabu'uuf, worra Yihuudii hin taane barsiisu'uuf akka muudame dhugaa dubbadha malee hin sobu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Anillee waan kanaaf amanta'aa fi dhugaa lallabu'uuf, worra Yihuudii hin taane barsiisu'uuf akka muudame, dhugaa dubbadha malee hin sobu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee amanti'ii fi dhugaa dubbachu'uuf ergama'aa fi barsiisaa ta'ee, gara ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee ka ergame sababa kanaan. Kana'llee yoo jedhu dhugaa dubbadha malee hin sobu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre anille sababa kanaaf dhugeeffanna'aa fi dhugaa lallabiisaaf ergama'aa fi barsiisaa te'ee, gara worra Yihudoota hin te'inii ergame. Ani dhugaa dubbatiisatti jira malee hin sobu.