1 Timothy 2:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhiiraa addee maratti aari'ii fi moromaa malee, yaada qullu'uun harka isaanii ka woyyoome ol kaasanee akka daadimatanu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama ch'ufa ka fulla ch'ufati Waaqa kad'atu fed'a, nama Waaqa jaalatu ka dalansufi wolmormiti male harka olqabate kad'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin nama dhiiraa cufaa ka fulaa cufaatti dallansuu fi walmormii malee jaalala qulqulitti Waaqaatiin harka ballisee olqabatee Waaqaa kadhatu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa dhiirti hulee marattuu dheekkamsaa fi yaada hamaa malee, harka isaanii ka woyyoome ol kaasa'aa akka Rabbiin kadhatan barbaada.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa dhiirti hulee marattuu dheekkamsaa fi yaada hamaa malee, harka isaanii ka woyyoome ol kaasa'aa akka Rabbiin kadhatan barbaada.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa bakka maraa dhiironni jiran dallanssu'uu fi wol dhaba dhabamisiisanii, harka isaanii ka Qulqullaawome qaban gara olii qabu'uun, akka kadhataniif ni barbaada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhiiraa addee maratti aari'ii fi moromaa malee, yaada qullu'uun harka isaanii ka woyyoome ol kaasanee akka daadimatanu barbaada.