1 Timothy 2:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartootille mataa shoobaa dhowattee, yookiin worqi'iin yookiin dooqaan seefatiisa, yookiin woyaa gatii guddo'oo uffatiisa adoo hin te'iin, ifi qabattee woyaa isi'iif malte akka uffattu barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nad'eenile ta ch'eerte woya isi fakaattu keyattu fed'a; mata aka shooba filatani, worqifi dooqafi woya gati gugurdo keyachu himmalle,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin nadheeniillee ta ceertee wayaa isii fakkaattu hidhattuu fedha; nadheen mataa akka shoobaa filattee, warqii, dooqaa fi wayaa gatii gugurdoo keeyyachuu hin malle!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammo intalti uffata ta'u uffachu'uun lash jedhanii qaama ufii haa qandhafanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammoo intalti uffata ta'u uffachu'uun lash jedhanii qaama ufii haa qandhafanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana dubarttoonni riffeenissa mataa isaani'ii midhaassu'uun yookiin worqqi'iin yookiin dooqaan, yookiin uffata gatiin isaa baayi'ee ta'een ufi bareechisu'uun uduu hin ta'in, saalfachu'uu fi mataa gad qabataan, uffata malu ka nama kabajama'aa haa uffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartootille mataa shoobaa dhowattee, yookiin worqi'iin yookiin dooqaan seefatiisa, yookiin woyaa gatii guddo'oo uffatiisa adoo hin te'in, ifi qabattee woyaa isi'iif malte akka uffattu barbaada.