1 Timothy 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko sooressaa Wolde'a kiristaanaa te'iisaaf yoo barbaade, hujii kabajantuu halcha jechi jedhu dhuga'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jechi kunini ka d'ugaati, yo nami jaarsa gumi Waaqatiini deemu tahu fed'e, inni waan dansa barbaada.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jechii, “Namii jaarasa dura deemaa gumii Waaqaa ta'uu fedhuu, waan ulfinnaa barbaada” jedhu kuniin ka dhugaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ennullee yoo tooyata'aa fi bulchaa ta'uu barbaade hujii mishaa hawwa» jechi jedhu amanama'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ennullee tooyata'aa fi bulchaa ta'uu yoo barbaade hujii mishaa hawwa» jechi jedhu amanama'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni tokko, «Ephis qophoosota (durssitoota woldayaa amanti'ii) ta'u'uuf yoo barbaade hujii kabaja ni hawwa» jechi jedhu, dhugaalessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko sooressaa Wolde'a kiristaanaa te'iisaaf yoo barbaade, hujii kabajantuu halcha jechi jedhu dhuga'a.