1 Timothy 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dursanee ilaallatamanuu ti; achiin duuba ka komii hin qanne yoo te'ane qarqaartota wolde'a kiristaanaa te'anee tajaajilaanuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qara ha ilaalani, yo quufani ha huji iti kennaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaraa ilaalanii ha qorqoratanii, yo waan hamtuu tokkollee irraa dhabanii hujii itti ha kennanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniinillee akkasuma duraa haa qoratamanii; achiin maayessa worra mudaa hin qabne yoo ta'an, gargaartoota ta'anii haa tajaajilanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunniinillee akkasuma duraa haa qoratamanii, achiin maayessa worra mudaa hin qabne yoo ta'an, gargaartoota ta'anii haa tajaajilanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee durssanii haa qormaataman, achiin duubatti worra ashaa hin qabnne ta'anii yoo argaman, hujii gargaarttumma'aatiin haa tajaajilan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dursanee ilaallatamanuu ti; achiin duuba ka komii hin qanne yoo te'ane qarqaartota wolde'a kiristaanaa te'anee tajaajilanuu ti.