1 Timothy 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma niitoti qarqaartotaalle ta kabajjaa qaddu, ta hin hamanne, ta hagatti leetu, ta waan maraan addatantu te'uu qaddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni worraleeni ha adaba dansa qabaattuuti, isiini nama inhamaatiini; ha qalbi dansaafi d'uga qabaattuuti waan ch'ufa keesati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen warraalleen nama hin hamatin; adaba dansaa, qalbii dansaa fi dhugaa waan cufa keessaatti ha qabaattuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma dubartoonnii worra bilchaatan, worra nama hin hamanne, worra hagatti jiraatanii fi waan maraanuu worra amanaman haa ta'anii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma dubartoonnii worra bilchaatan, worra nama hin hamanne, worra hagatti jiraatanii fi waan maraanuu worra amanaman haa ta'anii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana haawotiin worraa isaanii ka bajaman, nama ka hin hamanne, hagatti ka jiraatan, waan maraanuu amanamoota ta'utu isaan irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma niitoti qarqaartotaalle ta kabajjaa qaddu, ta hin hamanne, ta hagatti leetu, ta waan maraan addatantu te'uu qaddi.