1 Timothy 3:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qarqaartichi wolde'a Kiristaanaa tokko ka niitii takkaa qofa qabu te'ee, ijoolle'ee fi maatii ifii akka dansaa ka bulfatu te'uu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami huji gumi Waaqa hojatu ha niiti toko ch'alla qabaatuuti, ha ijoolleefi worra ufi aka dansa qorqoratuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hujii gumii Waaqaa hojjatuu niitii tokko callaa ha qabaatuu; ammallee ijoollee fi warra ufii akka dansaa ha qorqoratuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gargaartoonni worra ijoollee ufiitii fi maatii ufii akka misha'aan bulchan, marti isaaniituu worra haadha manaa takkattii qaban haa ta'anii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gargaartoonni ijoollee ufiitii fi maatii ufii akka misha'aan worra bulchan, martii isaaniituu worra haadha manaa tokkittii qaban haa ta'anii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gargaarttonni tokkoon tokkoon isaanii, abbaa worraa haadha worraa takkaa ta'uu isaan irra jira, ijoolleen isaaniitii fi maatiiwwan isaanii'llee haala misha'aan bulffachuu ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaartichi wolde'a Kiristaanaa tokko ka niitii takkaa qofa qabu te'ee, ijoolle'ee fi maatii ifii akka dansaa ka bulfatu te'uu qaba.