1 Timothy 3:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Qarqaartoti wolde'a kiristaanaa, worri hujii dansaa hujanu ulfinna guddaa dhaggatanee, marroo dhugeeffannaa ifii ta Yesuus Kiristoositti qabanuun jabeenna guddaa dhaggatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri huji dansa hojatu maqa dansa argate, d'ugefacha nu kristo d'ugefannu waan isii aka dansa odeesu dandaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii hujii gumii Waaqaa akka dansaa hojjatee, maqaa guddoo dansaa argate; ammllee dhugeeffachaa Yesus kiristoo irraa qabaniillee sodaa malee haasaan!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii gargaaru'uutiin worra akka misha'aan tajaajilan ufiif baallii gudda'aa fi amantii Yesuus Kiristoosiitiin ugga guddaa argatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hujii gargaaru'uutiin worra akka misha'aan tajaajilan ufiif baallii gudda'aa fi amantaa Yesuus Kiristoosiitiin ugga guddaa argatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hujii gargaarttumma'aatiin tajaajila mishaa worri keennan sadarkkaa ol aanaa ta'e ni argatan, waayee amantii Yesus Kristosiin jiruu'llee dubbachu'uuf, uggiinssa ni qabaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaartoti wolde'a kiristaanaa, worri hujii dansaa hujanu ulfinna guddaa dhaggatanee, marroo dhugeeffannaa ifii ta Yesuus Kiristoositti qabanuun jabeenna guddaa dhaggatan.