1 Timothy 3:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dafee gara keeti akka dhufu addii qaba, haga sanitti ammoo gorsa kana si'iif barreesaara.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo tatabe tana sii t'aafu waan d'iotu d'ufe si argu seha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo ergaa tana sii barrseessuutti jiru sunii waan dhiyoottuu dhufee si argu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daddafee gara kee akka dhufu abdata'aa kana sii barreessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daddafee gara kee akka dhufu abdata'aa, kana sii barreessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo dhiyo'otti dhufu'uuf abddii yoma taasise'llee yookiin dhufaatii irraa ka turu yoo taate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dafee gara keeti akka dhufu addii qaba, haga sanitti ammoo gorsa kana si'iif barreessaara.