1 Timothy 3:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo yoo ani ture, mana worra Waaqaa keessatti nami amala attamii qabaachuu akka male akka beettuuf kun si gargaara; manni kunille utuba'aa fi hundee dhugaa wolde'a kiristaanaa ka Waaqa jiraata'aa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo anini turele, tatabeeni tunini aka nu mana Waaqa adaba dansaani keesa tau malle siti himti. Mani suni gumi Waaqa jireenna, utubafi yayaba waan d'uga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo anin tureellee, ergaan tunin akka gumiin adaba dansaan mana Waaqaa keessa taa'uu maltee si beessifti. Manii sun mana gumii Waaqaa ka jireennaa, ka utubaa fi yayyaba waan dhugaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ture ammo worra mana Rabbii keessatti namni amala attamiitiin akka jiraatu akka sirri'itti beettu sii barreessa; mannillee bu'uura utubaa dhuga'aa ta woldaa Kiristaanaa Rabbii jiraata'aati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo ture ammoo, mana worra Rabbii keessatti namni amala attamiitiin akka jiraatu akka sirri'itti beettu sii barreessa, mannillee bu'uura utubaa dhuga'aa ta woldaa Kiristaanaa Rabbii jiraata'aati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Waaqa jiraata'aatii fi utubaa bu'ura dhuga'aa ka ta'e maatii Waaqaa keessatti, namoonni maal raawwachuun akka isaan irraa malu akka beekittaniif, qajeelcha kana isiniif ni barreessina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo yoo ani ture, mana worra Waaqaa keessatti nami amala attamii qabaachuu akka male akka beettuuf kun si gargaara; manni kunille utuba'aa fi hundee dhugaa wolde'a kiristaanaa ka Waaqa jiraata'aa ti.