1 Timothy 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokko maatii ifii bulfatiisa yoo hin dandeenne, attam dande'ee wolde'a kiristaanaa ka Waaqaa bulchiisaaf dande'a ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami ka dandae worra ufi injabeesine akami dandae gumi Waaqa tissa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii warra ufiituu akka bulchu hin beennee, akkamiin danda'ee gumii Waaqaa bulcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni mana ufii attamitti akka horatu hin beenne, attamiin Woldaa Kiristaanaa ta Rabbii eega?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni mana ufii attamitti akka horatu hin beenne, Woldaa Kiristaanaa ta Rabbii attamiin eega?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni maatii mataa isaa bulichu'uuf ka hin dandeenne yoo ta'e, woldaya amanttoota Waaqaa attamitti bulichu'uuf danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko maatii ifii bulfatiisa yoo hin dandeenne, attam dande'ee wolde'a kiristaanaa ka Waaqaa bulchiisaaf dande'a ree?