1 Timothy 3:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maqaa isaa badee tiyyoo Seexanaa keessatti akka hin jinne, nama alaa biratti gurra dansaa qabaachuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama nami alaleeni saaddu ha tahuti, aka ch'eere t'urura Sheet'ana keesa inseenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka ceeree xuruuraa sheexanaa keessa hin seennee, nama namii alaalleen saadu ha ta'uutii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudaa daabiloosiitii fi siiboo isa irratti akka hin kufne, namoota ala jiran biratti ragaa mishaa haa qabaatanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mudaa daabiloosiitii fi siiboo isa irratti akka hin kufne, namoota ala jiran biratti ragaa mishaa haa qabaatanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asha'aa fi woshaadoo sheexanaa keessatti akka hin kufnnee fi namoota hin amanne biratti'llee maqaa mishaa akka qabaatu barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa isaa badee tiyyoo Seexanaa keessatti akka hin jinne, nama alaa biratti gurra dansaa qabaachuu qaba.