1 Timothy 3:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
wodanaa qullu'uun dhossaa dhugeeffannaa dhuga'aa jabeessanee qabatuu qaban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
herega dansaani aada d'uga ta d'ugefacha teenna ha jabeesuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herrega dansaan aadaa fi dhugaa dhugeeffachaa teennaa ha jabeessuutii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waan shingaa ta'e irraa fagaatanii sammuu mishaan dhossaa amanta'aa eegan haa ta'anii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra waan shingaa ta'e irraa fagaatanii, sammuu mishaan dhossaa amantaa eegan haa ta'anii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana dhossaa amanti'ii sammuu Qulqullu'uun worra eeggatan ta'uu mala,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
wodanaa qullu'uun dhossaa dhugeeffannaa dhuga'aa jabeessanee qabatuu qaban.