1 Timothy 4:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bara duubaatittii namooti gariin, ayyaanota wollalchisa'aa fi barsiisa durriisotaa hordofiisaan dhugeeffannaa irraa akka dacha'anu Ayyaanni Waaqaa qulleessee hima.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Waaqa akuma dansa himti, aka nami gari eegi tana d'ugefachu lakise; lubbu d'aratiifi barsiisa jinni gula yau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii garii eegii tanaa dhugeeffachaa ufii lakkisee, hafuura dharaatii fi barsiisa jinnii gula yaa'uu hafuurii qulquloon akkuma dansaa diidessee hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baroota dhumaa keessatti gari gariin amantii gananii akka hafuurran sobaatii fi barumsa jinni'ii duukaa deeman Ayyaanni Woyyuun addaata'atti dubbata;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni ammoo adima bara maayeesa keessa namoonni gari gariin barumsa ayyaana sobdoota uf tuultootaatii fi jinni'ii keennamu caqasa'aa, amantaa ganan jedha; yaanni akkanaa kun worra sammuu isaanii akka waan guba'aan gubameetitti hadoode irraa dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri Qulqulluun garuu ifatti akkana ni jedha, «Bara maai'ii titti namoonni tokko tokko hafuurota dogoggorssa'aa fi barsiisa jinni'ii horddofu'uun, amantii isaanii ni waakkatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara duubaatitti namooti gariin, ayyaanota wollaalchisa'aa fi barsiisa durriisotaa hordofiisaan dhugeeffannaa irraa akka dacha'anu Ayyaanni Waaqaa qulleessee hima.