1 Timothy 4:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti Waaqa jiraataa fayyisaa nama duudi'ii, keessattuu ka worra isatti dhugeeffatuu te'etti waan addannuuf huji'iin dadhabaa farralle dhaggina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi aka jaba hojanna, waan nu abdi teenna Waaqa jiru ka nama ch'ufa baasu, keesuma worra d'ugefatu, gubba keyanneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Keessummattuu nuun warra dhugeeffatee, marroo waan abdii teenna Waaqaa jiru ka baasaa nama cufaa irra keeyyanneef, nu guddoo hojjannee itti dadhamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u Waaqa jiraataa fayyisaa nama maraa ta'e; keessumattuu ka worra amananiititti waan abdannuuf, hin dadhabna, hin arabamnalle'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu Waaqa jiraataa fayyisaa nama maraa ta'e; keessumatu ka worra amananiititti waan abdanuuf, hin dadhabna, hin arabamnalle'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u namoota maraa keessummaanuu worra amanan maraa ka fayyisuun, Waaqa jiraata'aan abddii ka taasfannu waan ta'eef huji'iin ni dadhabinna, ni woldhaana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Waaqa jiraataa fayyisaa nama duudi'ii, keessattuu ka worra isatti dhugeeffatuu te'etti waan addannuuf huji'iin dadhabaa farralle dhaggina.