1 Timothy 4:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tana duudii isaan ajajii barsiis.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana namati himi aka dansa barsiisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana namaatti himii! Akka dansaa nama barsiisi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin ajaji; barsiisille'e; worra dubbii jireennaa jaalalaa fi amanti'iin, qulqullumma'aan amanan maraafuu fakkeenna ta'i malee ijoollummaa keetiif eennullee si hin tuffatin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanniin ajaji barsiisille'e dubbii jireennaan jaalalaa fi amanta'aan qulqulluma'aan, worra amanan maraafuu fakkeenna ta'i malee, ijoollummaa keetiif eennullee si hin tuffatin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonittoota kanniin ajaji, barsiis'llee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana duudii isaan ajajii barsiisi.