1 Timothy 4:2 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiis akkasii kijiboota dhara dubbatiisan wodanaan isaanii akka sibiila o'aan gubamee dillaye irraa dhufa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barsiisaani tunini soba nama d'aratiifi ka heregi worra aka waan ibidaani gubani jiru iraa d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barsisaan sobaa tuninii nama dharaatii fi nama herregii warraa akka waan ibiddaan gubanii jiru irraa dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barumsi akkanaa kun worra sammuun isaanii akka sibiila ibiddaan diimatee gubameetitti hadoode, worra uf tuultotaatii fi sobdoota irraa dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiifnni akkanaa kun ka burqqu ufi tuulumma'aan, dhara yoo dubbatan akka waan sibiila oo'ee diimateen haga waan gubamee ta'ee sammuun isaanii ka haddoodde namoota isaa hin gilndifinne irraayyi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisi akkasii kijiboota dhara dubbatiisaan wodanaan isaanii akka sibiila o'aan gubamee dillaye irraa dhufa.