1 Timothy 4:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barsiisa kana dhugeeffattoota yoo barsiitte, jecha dhugeeffanna'aatii fi barsiisa dhuga'aa ka hordotte saniin guddataa, tajaajilaa dansaa Yesuus Kiristoosii hin teeta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo barsiisa tana oboleyaaniti himte, hojattu Kristo Yeso dansa taata, ka dubbi d'uga fud'ate barsiisa d'uga gula deemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin yo waan kana cufaa obboleeyyan teennaa diidatti baaftee, hojjataa dansaa Yesus kiristoo ka dubbii dhugaa fudhatee barsiisa dhugaa gula deemu taata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu obboleeyyan uduu yaadachiiftee amanti'ii fi dubbii barumsa mishaa hordofteen yoo dubbii barsiifte, tajaajilaa mishaa Yesuus Kiristoosii taata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu obboleeyyan uduu yaadachiftee amanta'aa fi dubbii barumsa mishaa hordofteen yoo dubbii barsiifte, tajaajilaa mishaa Yesuus Kiristoosii taata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisa kana amantoota uduu hubachiifttee, dubbii amanti'iitii fi barsiisa mishaa horddofttu soorata'aa ka guddatte, tajaajilaa Yesus Kristosii mishaa ni taata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisa kana dhugeeffattoota yoo barsiitte, jecha dhugeeffanna'aatii fi barsiisa dhuga'aa ka hordotte saniin guddataa, tajaajilaa dansaa Yesuus Kiristoosii hin teeta.