1 Timothy 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nafa jajjabeessu'uuf ifi leenjisuun bu'aa diqqoo qaba; leetoo Waaqi fedhu le'iisaaf ifi leenjisuun ammoo, le'ii ammaatii fi ta dhuttulle'eef addii waan qabuuf karaa maraan bu'aa qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fayyafi irreeni nafaa wo namaa darti, ammo fayyafi irreeni lubbu kara ch'ufaani wo namaa darti, maro jireenna ka ammatiifi ka hegerile namaa kennituufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
foon nafaa ufii jabeessuun homa diqqoof wa namaa baati; jireennii Waaqaa ammoo ammaafi hegeriillee nama cufaa wa baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nafa jabeessu'uuf uf leenjisuun bu'aa diqqoo qaba. Jiruu Rabbi fedhu jiraatu'uuf uf leenjisuun ammo jiruu ammaatii fi ta dhuftuttillee abdii waan qabduuf gara maraanuu bu'aa qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nafa jabeessu'uuf uf leenjisuun bu'aa diqqoo qaba. Jiruu Rabbi fedhu jiraatu'uuf uf leenjisuun ammoo jiruu ammaatii fi ta dhuftuttillee abdii waan qabduuf gara maraanuu bu'aa qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisa jabeenna qaamaatiin ufi shaakalsiisuun faayiddaan isaa muraasa, Waaqa waaqeffachuu ufi shaakalsiisuun garuu jireenna amaatiif fi ka dhufuuf'llee abddii waan qabuuf, waan maraafuu ni fayyada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafa jajjabeessu'uuf ifi leenjisuun bu'aa diqqoo qaba; leetoo Waaqi fedhu le'iisaaf ifi leenjisuun ammoo, le'ii ammaatii fi ta dhuttulle'eef addii waan qabuuf karaa maraan bu'aa qaba.