1 Timothy 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haadhotii hiyyeessaa ta ka'ima teete ammoo, galmee san keessa hin galchin; sababille halchaan foonii yennaa itti hammaatte, Kiristoos irraa deebi'anee heerumuu barbaaddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni kaima maqa nad'eeni d'iirsa inqamneti indariini, wonti akanatiifi yo akanumati tau dad'abde isiini nama fuud'u feete, akasiini Kristo iraa badde,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen ka'imaa maqaa nadheen dhirsa hin qamneetti hin darinaa! Wantii akkanaatiif isiin yo fedhii dhiiraa qabattee akkanumaatti taa'uu dadhabdee, Kiristoo irraa baddee dhiirsa fuudhuu feetii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta abbaa manaa hin qabne qacalee kaawwanitti hin makin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta abbaa manaa hin qabne qacalee kaawwanitti hin makin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra Abbootiin worraa isaanii irraa du'an dubarttoonni umrii isaaniitiin ufi durana hin deemin, fedhiin isaanii ka foonii isaan injifatee jaalalli Kristosiif qaban yoo dhidhate abbaa worraa titti heerumu'uuf waan barbaadaniif, isaan galmmee haawotii hiyyeessaa irratti isaan hin barreessin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haadhotii hiyyeessaa ta ka'ima teete ammoo, galmee san keessa hin galchin; sababille halchaan foonii yennaa itti hammaatte, Kiristoos irraa deebi'anee heerumuu barbaaddan.