1 Timothy 5:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre isaan waadaa Kirstoosiif matooma galane diiganee muraa ifi irratti fidatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kakhu ufi ta qara lakifte, wollaala keesa seenti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kakuu qara Waaqaa galan cabsanii, balleessaa ufumaan ufitti muran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fedhii foon ufiitiin mooyatamanii, jaalalli Kiristoosii qaban hennaa jalaa dhidhate heerumuu waan barbaadaniif, amantii ufii ka duraa san waan tuffataniif, isaanitti murteeffama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fedhii foon ufiitiin mooyatamanii, jaalalli Kiristoosii qaban hennaa jalaa dhidhate heerumuu waan barbaadaniif, amantaa ufii ka duraa san waan tuffataniif, isaanitti murteeffama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttoonni tunniin jalqaba waadaa Kristosiif aseenan diiguu isaaniitiin, mataa isaanii irratti'llee murtii ni fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan waadaa Kiristoosiif matooma galane diiganee muraa ifi irratti fidatan.