1 Timothy 5:14 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf diinni hantuu nu'u irratti dubbatuuf karaa akka hin dhagganne, haati hiyyeessaa ka'intittiin heeruntee ijoollee deettee, mana ifii akka bulfattu gorsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu durboonni qacaleen akka heeruman, ijoollee akka dayanii fi mana ufiillee akka bulchan, worri nu mormu maqaa akka nu hin balleessine isaan kana gorsa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu durboonni qacaleen akka heeruman, ijoollee akka dayanii fi mana ufiillee akka bulchan, Worri nu mormu maqaa akka nu hin balleessine isaan kana gorsa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf haawotiin hiyyeessaa ka umrii isaaniitiin ufi durana hin deemin akka heeruman, ijoollee akka dayan, mana isaanii'llee akka ta'utti akka bulffatan ni gorssa, bifa kanaan diinni waan maqaa ittiin balleessuuf karaa ni dhaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf diinni hantuu nu'u irratti dubbatuuf karaa akka hin dhagganne, haati hiyyeessaa ka'intittiin heerumtee ijoollee deettee, mana ifii akka bulfattu gorsa.