1 Timothy 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa gariin tanaan qaraa Seexana hordofiisaaf karaa dhugeeffanna'aa irraa goraneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasitiifi nad'eeni d'iirsa inqamne ta gari amma ya Sheet'ana gula yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif nadheen dhiirsa hin qamne ta garii amma ya sheexana gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan dura isaan keessaa gari gariin seexana hordofu'uun amantii waan gad dhiisaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaan dura isaan keessaa gari gariin seexana hordofu'uun amantaa waan gad dhiisaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Asiin durana'llee dubarttoonni abbootiin worraa isaanii irraa du'e tokko tokko sheexanaa horddofu'uun, karaa amantii isaaniitii bayanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa gariin tanaan qaraa Seexana hordofiisaaf karaa dhugeeffanna'aa irraa goraneeran.