1 Timothy 5:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaarsolee wolde'a kiristaanaa akka dansaa sooressitu, keessumattuu ta jabaattee lalladdee barsiittuuf, ulfinna gudda'atti male.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaarole ta nama dura yaate huji dansa hojattu hori gudda baasuufi malani, keesuma worra aka dansa hojate nama barsiise dubbi odeesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaarrolee nama dura yaatee hujii Waaqaa akka dansaa hojjattee fi keessumaattuu warrii dubbii Waaqaa haasa'ee barsiisee, harka lamaa ulfinna argachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoonni woldaa seeraan bulchan, keessattuu lallabaa fi barsiisu'uun, worra dadhabanii ulfinna gudda'atu isaan barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manguddoonni woldaa seeraan bulchan, keessatuu lallabaa fi barsiisu'uun, worra dadhabanii ulfinna gudda'atu isaan barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woldaya amanti'ii haalaan worra bulchan, gonkumaa lallabu'uu fi barsiisu'uun jaarsotii dadhaban kabaja'atu isaaniif mala,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaarsolee wolde'a kiristaanaa akka dansaa sooressitu, keessumattuu ta jabaattee lalladdee barsiittuuf, ulfinna gudda'atti male.