1 Timothy 5:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
jaartii akka haadhaatitti, dubartii ka'ima akka obboleettii tiru'uu yaada qullu'uun qabadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jaarole nad'eeni aka hawaani teeti tolfad'u, kaima nad'eeni aka oboleyaani tanteti tolfad'u, qulqulloomaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jaarrolee nadheenii akka haawwan teetii, ka'ima nadheenii qulqullooma dhugaatiin akka obboleeyyan teetii herrgadhu
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoota jaaran akka haadhaatitti, shamarran akka obboleetti'iititti yaada qulqullaaya'aan isaan laali.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartoota jaaran akka haadhaatitti, shamarran akka obboleetti'iititti yaada qulqullaaya'aan isaan laali.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaartolee akka haawwotaa keetii taasisii isaan laali, akkuma kana dubarttoota shamarranii akka oboleetiiwwan keetii taasfttee, qulqullummaa mudaa hin qabnneen isaan laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
jaartii akka haadhaatitti, dubartii ka'ima akka obboleettii tiru'uu yaada qullu'uun qabadhu.