1 Timothy 5:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Cubbuun worra gari'ii ifa teete waan mudhattuuf, dursitee muraa isaanii akeetti; cubbuun worra gari'ii ammoo duuba irra mudhatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dabi nama gari guddo mullata, dabi worraa, worra durati, qorsuma d'aqa; ammo dabi nama gari eege mullata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dabii nama garii guddoo mullata, dabii warraa kunii warraan duraatti fulaa muraa dhaqa; dabii nama garii ammoo eegee dhaqqaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun namoota gari gari'ii addaata'a; murtii waan mudhisuuf; kaawwan ammo faanaa deema.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cubbuun namoota gari gari'ii addaata'a; murtii waan mudhisuuf; kaawwan ammo faanaa deema.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Cubbuun nama tokko tokkoo ifa waan ta'eef durssee murtii ni muldhisa, cubbuun namootaa kaanniinii garuu ka muldhatu tureet.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuun worra gari'ii ifa teete waan mudhattuuf, dursitee muraa isaanii akeetti; cubbuun worra gari'ii ammoo duuba irra mudhatti.