1 Timothy 5:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haati hiyyeessaa takka, ta nama isii qarqaaru hin qanne, addii ifii Waaqatti godhatee halkanii fi guyyaa qarqaarsa isaa kadhataa daadimataa leeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niiti d'iirsa inqamne, ta nama qorqoratu inqamne, ya abdi ufi Waaqa ira keyatte, halkani guyya qarqaarsa isaa kad'atti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin dhugumaan dhiirsa hin qamne, ta ammallee nama qorqoratu hin qamnee, abdii ufii ya Waaqaa irra keeyyattee halkanii guyyaa qarqaarsa Waaqaa kadhatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta Abbaa manaa hin qabne ta hojja ufii jiraattu halkanii fi guyyaa Rabbiin kadhata'aa abdi'iin jiraatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta Abbaa manaa hin qabne ta hojja ufii jiraattu, halkanii fi guyyaa Rabbiin faateffata'aa abdi'iin jiraatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaanuu haadha hiyyeessaa taatee adda isi'ii titti ka jiraattu, abddii isi'ii Waaqa irratti taasfattee halkanii fi guyyaa gargaarssa Waaqaa kadhachu'uun, kadhanna'aan jabaattee ni jiraatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati hiyyeessaa takka, ta nama isii qarqaaru hin qanne, addii ifii Waaqatti godhatee halkanii fi guyyaa qarqaarsa isaa gaafataa daadimataa leeti.