1 Timothy 5:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haati hiyyeessaa takka ta gammada lafaa callaa jaalattu, aduma jirtuu duuteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo niitiini d'iirsa inqamne, ta gammada feetu, ato nafaani jiraatele ya doote.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin dhiirsa hin qamne, ta ammoo gammada waan lafaa feetu, adoo nafaan jiraatteellee ya doote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta abbaa manaa hin qabne ta waan adunyaa tanaa callaa jaalattu ammo, isiin uduu lubbu'uun jirtuu ta duute.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta abbaa manaa hin qabne ta waan adunyaa tanaa callaa jaalattu ammoo, isiin uduu lubbu'uun jirtuu ta duute.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haati hiyyeessaa ta gammachuu biyya lafaa kana qofa jaalattu garuu, isiin ta dhaabattatti duute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati hiyyeessaa takka ta gammada lafaa callaa jaalattu, aduma jirtuu duuteerti.