1 Timothy 5:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami tokkochille waan ittiin isaan komatu akka hin qabaanne, gorsa kana isaaniif kenni.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera kana iti kenni, aka nami tokoleeni wollaala isiiti imurre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii tokkoolleen wallaala isaanitti hin murre seera kana warraa kenni!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee mudaa malee akka jiraataniif ajaji.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee mudaa malee akka jiraataniif ajaji.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ashaa malee akka jiraataniif'llee barnnoota kanniin isaaniif kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokkolle waan ittiin isaan komatu akka hin qabaanne, gorsa kana isaaniif kenni.