1 Timothy 5:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haadha hiyyeessaa ta woggaan isi'ii jaatamaa gadi te'e, galmee haadhotiin hiyyeessaa itti galmeeffantutti hin galmeessin. Isiin sunuu ta dhirsa tokko qofa heerunteertu te'uu qaddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga nad'eeni ganna jaatama geetuuti maqa isii nad'eeni d'iirsa inqamneti indariini. Ammalle nad'eeni maro toko ch'alla fuud'ani ha taatu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nadheen haga isiin ganna jaatamaa geettutti maqaa isii nadheen dhiirsa hin qamnetti hin darini. Ammallee nadheen marroo tokko callaa fuudhan ha taatuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta abbaa manaa hin qabne galmee irratti yoo bareeffamtu, umuriin isi'ii woggaa jaahatamaa gadi akka hin taanee fi dubartii abbaa manaa tokko qabdu ta'uu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ta abbaa manaa hin qabne galmee irratti yoo bareeffamtu, umuriin isi'ii woggaa jaahatamaa gadi akka hin taaneef, dubartii abbaa manaa tokko qabdu ta'uu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woggaa jahaatamaa gad ka ta'e dubarttiin abbaan worraa irraa du'e, galmmee haadhotii hiyyeessaa irratti hin barreeffamin, akkuma kana ta abbaa worraa tokko qofatti heerumtte akka taatu barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haadha hiyyeessaa ta woggaan isi'ii jaatamaa gadi te'e, galmee haadhotiin hiyyeessaa itti galmeeffantutti hin galmeessin. Isiin sunuu ta dhirsa tokko qofa heerumteertu te'uu qaddi.