1 Timothy 6:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri waanjoo garbumma'aa jala jiru maqaan Waaqaatii fi barsiis keenna akka hin arraffanne, goottoti isaanii ulfinna guutuu akka dhaggatu'uuf malanetti laakkowanuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tisseleeni ch'ufti ha aabbooti isiiti saalfatu, aka nami tokoleeni waan hamtu maqa Waaqaatiifi barsiisa teennaani injenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii tokkoolleen waan hamtuu maqaa Waaqaatii fi barsiisa teennaan hin jennee, tisseeleen cuftii ha abbootii ufiitii saalafattuu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan Rabbiitii fi barumsi isaa akka hin arabfamne, worri ba'aa garbumma'aa jala jiran maruu worra isaan bulchaniif akka ulfinni isaan barbaachisu haa laalanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqaan Rabbiitiif barumsi isaa akka hin arabfamne, worri ba'aa garbumma'aa jala jiran maruu worra isaan bulchanii fi akka ulfinni isaanii barbaachisu haa laalani.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maqaan Waaqaatii fi barsiifnni isaa'llee akka hin arrabssaminneef tajaajilttoonni marrinuu bulchitoota isaanii kabajuu akka qaban, taasisanii haa yaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waanjoo garbumma'aa jala jiru maqaan Waaqaatii fi barsiisi keenna akka hin arraffanne, goottoti isaanii ulfinna guutuu akka dhaggatiisaaf malanetti laakkowanuu ti.