1 Timothy 6:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati nami Waaqaa ammoo, waan kana duudii irraa fagaadhu; balchummaa, akka nama Waaqaa le'uu, dhugeeffannaa, jaalala, ciniinnatanee ossu'uu fi qajeelummaa hordof.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo atini, nami Waaqa, waan kana ch'ufa lagad'u. Waan d'ugaafi ta Waaqi fed'ufi d'ugefachaafi jaalalafi obsafi laana deemiti barbaadi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ati ammoo namii Waaqaa waan kana cufaa lagadhu! Waan dhugaa, ka Waaqii fedhuu ta dhugeeffachaa, jaalalaa, obsaa fi laanaa deemitii barbaad.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo namni Rabbii kana irraa dheessi; qajeellumma'aan, Rabbiin sodaachu'uun, amantii, jaalala, jajjabaachu'uu fi gara laafummaallee hordofi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati ammoo namni Rabbii kana irraa dheessi, qajeellumma'aan, Rabbiin sodaachu'uun, amantaa, jaalala, jajabaachu'uu fi gara laafummaallee hordofi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa nama Waaqaa! Ati garuu kana mara irraayyuu dheessi, qulqullummaa, nama hafuuraa ta'uu, amantii, jaalala, obissaan jajabaachuu, gara laafummaa horddof.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati nami Waaqaa ammoo, waan kana duudii irraa fagaadhu; balchummaa, akka nama Waaqaa le'uu, dhugeeffannaa, jaalala, ciniinnatanee ossu'uu fi qajeelummaa hordof.