1 Timothy 6:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Lola dansaa dhugeeffanna'aa loli. Jiruu bara baraa ta yennaa gara isaa waammante dhugaa baatota hedduu duratti dhugaa baate qabadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Utaalcha d'ugefacha keesati aka dansa utaali, jireenna hegeri argad'u; wonti akanatiifi maro jireenna kanatifi Waaqi sii yaame, gaafa atini d'ugefacha tante gumi durati himatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Utaalcha dhugeeffachaa keessaatti akka dansaa utaali! Jireenna hegerii argadhu! Wantii akkanaatiif marroo jireenna kanaatiif Waaqii gaafa atin dhugeeffachaa tantee gumii duraatti himattee, Waaqii si yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lola amanti'ii mishaa loli; jireenna bara baraa mishaa waamamteef ka raattota hedduu biratti amanamteef qabadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lola amanta'aa mishaa loli jireenna bara baraa mishaa waamamteef ka raattota hedduu biratti amanamteef qabadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lola mishaa amanti'ii loli, ati gara isaa yeroo waamamittetti ragoota baayi'ee duranatti ragummaa sirri'ii ta'e ka kenniteef, jireenna bara baraa qabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lola dansaa dhugeeffanna'aa loli. Jiruu bara baraa ta yennaa gara isaa waammante dhugaa baatota hedduu duratti dhugaa baate qabadhu.