1 Timothy 6:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri amma biyya lafaa tanatti dureeyyii te'ane akka hin koorre, yookiin addii isaanii karra hin addachiinne irratti adoo hin te'in, akka ittiin gammannuuf Waaqa waan duuchii fakkansee nu'uuf kennutti akka addii godhatanu isaan ajaji.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dureeyi lafa tanatiini ufi inguddisiina, abdi teesani durooma lafa tanaa, ka nami waan isi aka imbeenne ira inkeyatina, ammo Waaqa ka arjoomaani waan ch'ufa namaa kennu gubba keyad'a jed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dureeyyii lafa tanaatiin ufi hin guddisinaa, abdii teessan durumaa lafa tanaa ta namii waan isii akka hin beenne irra hin keeyyatinaa, Waaqaa ka akka nu gammannu arjoommaan waan cufaa namaa kennu, irra keeyyadhaa jedhiin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara adhaa worri dureeyyii ta'an, waan uf jaju'uu akka hin yaanne Rabbii jiraata'aan akka gammannu waa maraa caalchisee nuu keennuun malee, durummaa darbu akka abdii hin godhanne isaan gorsi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara adhaa worri dureeyyii ta'an, waan uf jaju'uu akka hin yaanne Rabbiin jiraata'aan akka gammannuu waa maraa caalchisee nuu keennuun malee, durummaa darbu akka abdii hin godhanne isaan gorsi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dureeyyiin biyya lafa kanaa akka ufi hin dhaanneef yookiin abddii isaanii qabeenna amansiisaa hin ta'in irratti akka hin taasfnneef isaan ajaji, akkuma kana abddii isaaniitiin nu'llee akka gammannu, waan maraa irraa hafaa taasisee ka kennu Waaqa irratti akka ta'u isaan ajaji.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri amma biyya lafaa tanatti dureeyyii te'ane akka hin koorre, yookiin addii isaanii karra hin addachiinne irratti adoo hin te'in, akka ittiin gammannuuf Waaqa waan duuchii fakkansee nu'uuf kennutti akka addii godhatanu isaan ajaji.