1 Timothy 6:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hujii dansaa akka hujanu, akka hujii dansa'aan dureeyyii te'anu, akka arjoomanuu fi waan qabanu qoodiisaaf ka qophayane akka te'anu ajaji.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan dansa tolcha jed'iini, Huji dansaani durooma jed'iini, Arja taha, waan qabdani namaa qooda jed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Horii kessan waan dansaan hojjadhaa! Hujii dansaan duroomaa! Arjaa ta'aa waan Waaqii tolummaan isani kenne cufaa waliin ga'aa! jedhiin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenna dhuga'aa akka argatan bara dhufuufillee galmee bu'uura mishaa isaanii ta'u irratti wolitti qabata'aa,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jireenna dhuga'aa akka argatan bara dhufuufillee galmee bu'uura mishaa isaanii ta'u irratti wolitti qabata'aa,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana hujii mishaa akka hojjataniif, hujii misha'aan'llee dureeyyii akka ta'aniif, arijjoomu'uu fi waan qaban'llee qooduuf qophaayota akka ta'aniif, isaan ajaji.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii dansaa akka hujanu, akka hujii dansa'aan dureeyyii te'anu, akka arjoomanuu fi waan qabanu qoodiisaaf ka qophowane akka te'anu ajaji.