1 Timothy 6:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa kanaan jiruu dhuga'aa dhaggatiisaaf karra hundeen isi'ii jadduu teete bara dhufuuf kuufatan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani yayaba hori ka hegeri namaa tahu tolfatani. Duuba akanaani jireenna d'uga argatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkanaan hojjachaa yayyaba horii ka egerii namaa ta'uu, tolfatan; akka akkanaan, jireenna dhugaa argatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan mishaa godha'aa hujii misha'aan dureeyyii akka ta'an, worra nama gargaaranii fi worra namaa qoodan ta'u'uuf akka qophaayan isaan gorsi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
waan mishaa godha'aa hujii misha'aan dureeyyii akka ta'an, worra nama gargaaranii fi worra namaa qoodan ta'u'uuf akka qophaayan isaan gorsi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa kanaan jireenna dhuga'aa argachu'uuf qabeenna hunddeen isaa jabaa ta'e, bara dhufutti mataa isaaniitiif ni kuufatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa kanaan jiruu dhuga'aa dhaggatiisaaf karra hundeen isi'ii jadduu teete bara dhufuuf kuufatan.