1 Timothy 6:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ximootewoos! Waan maganne'een sitti kenname jabeessi eegi. Dubbii midhaan hin qanne, ta waan dhuga'aatiin mormituu fi moromaa gowwittii ta worri gariin “Beekkuma” jedhu irraa fagaadhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Timotheo, waan harka keetiti lakisani jabeesi. Hasaa Waaqi imfeene, ka daalluma ka nami gari wollaale Beekhuma jed'uuni lakisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ximootewoos, waan harka keetitti lakkisan jabeessi! Haasaa Waaqii hin feene, ka daallummaa, ka namii garii wallaalee “Beekkummaa” jedhuun lakkis.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ximootewoosii kiyya! «Beekkumsa» soba jedhamu, ka duwwa'aa odeessu'uu fi mormii duwwaa adunyaa tanaa tolu irraa fagaata'aa yaboo sitti kenname eegi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ximootewoosii kiyya! «Beekkomsa» soba jedhamu, ka duwwa'aa odeessu'uu fi mormii duwwaa adunyaa tanaa tolu irraa fagaata'aa yaboo sitti kenname eegi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa Ximotewos! Yabo'oon waan sitti kenname eegi, beekkomissa uduu hin ta'in, «Beekkomissa» waan fakkaatu, woca tasaa irraa'llee fagaadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ximootewoos! Waan maganne'een sitti kenname jabeessi eegi. Dubbii midhaan hin qanne, ta waan dhuga'aatiin mormituu fi moromaa gowwittii ta worri gariin «Beekkuma» jedhu irraa fagaadhu.