1 Timothy 6:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri gariin beekkunsa kana qanna jedhaa, karaa dhugeeffanna'aa irraa badeera. Badhadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami gari waan beekhuma suni qabu ufi seha, tanaafi d'ugefacha ufi balleesa. Eebiti Waaqa isani ch'ufa woliini tahinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii garii waan dhugeeffachaa sun qabu ufi sehee, dhugeeffachaa ufii balleese. Eebbitii Waaqaa isanii cufaa waliin jiraatinna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gari gariin beekkumsa kana qabna jedha'aa amantii irraa dogoggoraniiran. Badhaani Rabbii si woliin haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni gari gariin beekkomsa kana qabna jedha'aa, amantaa irraa dogoggoraniiran. Badhaani Rabbii isin woliin haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko tokko beekkomissa akkanaa kana ni qabnna jechu'uun, karaa amanti'iitii bayanii jiran. Kennaan Waaqaa ka bilisaa isin woliin haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri gariin beekkumsa kana qanna jedhaa, karaa dhugeeffanna'aa irraa badeera. Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.