1 Timothy 6:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
nami akkasii nama kooraan ifi bokossee womaa hin beenne. Inni jechoota irratti moroma'aa fi lolaaf fedha hamaa ifi keessaa qaba. Wonni kun ammoo hinaaffaa, wol dhaba, arrabaa fi mama badaa fiddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kiyyiba, woma imbeenne. inni dubbi wolmormitifi woldidda ch'alla beekha, wonti kunini qot'eefi woldiddafi arabaafi wolsehacha hamtuuni d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
kiyyibaa homaa hin baane; innii dubbii walmormiitii fi waldiddaa callaa beeka, wantii kunin, qoxxee, waldiddaa, arrabaa fi wal quufa dhaba hamaan dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin qoruun, dubbi'iin wol woraanuu lola hamaa uf keessaa qaba. Kanniin keessaa hinaaffaa, mormuu, nama arrabsuu, yaada bada'aa fi aaruu fa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uf jajjuun bokkoke. Rabbiin qoruun, dubbi'iin wol woraanuu lola hammaa uf keessaa qaba. Kanniin keessaa hinaaffaa, mormuu, nama arrabsuu, yaada bada'aa fi Aaruu fa'a. Worra qalbii hin qabne, worra dhugaan irraa fudhatamte, worra Rabbiin sodachuun isaan keessa hin jirretu isaan keessatti argama. Namoota akkanaa kanniin irraa fagaadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ufi tuulumma'aan ka afuufamee fi womaayyuu ka hin beekinne, garuu waayee jechaa mormmu'uu fi hawwiin hamaa wocaa isa irra bulee jira, kun'llee ka itti aanssu hinaaffaa, woldhaba, arraba, shakkii hamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami akkasii nama kooraan ifi bokossee womaa hin beenne. Inni jechoota irratti moroma'aa fi lolaaf fedha hamaa ifi keessaa qaba. Wonni kun ammoo hinaaffaa, wol dhaba, arrabaa fi mama badaa fiddi.