1 Timothy 6:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan tokkolle finnee gara biyya lafaa hin dhunne; waan tokkolle isii keessaa fuunee deemiisa hin dandeennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu maaniini lafa d'umne? Womaniti. Maani dandeenne lafa keesaa fud'anna? Womaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu gara lafa tanaa waan homaanuu hin dhufniif, homaa fudhannee deemmuu hin dandeennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu gara lafa tanaa womaa waan hin finneef womaa fudhachuu hin dandeennu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu gara lafa tanaa womaa waan hin finneef womaa fudhachuu hin dandeennu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara biyya lafaa kana womaayyuu qabannee hin dhufinne, biyya lafaa kana irraa'llee qabannee wonitti deeminnu woyiituu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan tokkolle finnee gara biyya lafaa hin dhunne; waan tokkolle isii keessaa fuunee deemiisa hin dandeennu.