1 Timothy 6:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo woya'aa fi sagalee yoo qabaanne sun nu hin geetti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi yo woyafi sagale qabaanne nuu geeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf yo wayaa fi sagalee qabaannee nu geetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo yoo waan nyaannuu fi waan uffannu qabaanne nu gaya.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan nyaannuu fi waan uffannu yoo qabaanne ammoo, inni nu gaya.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan nyaannuu fi waan uffannu yoo arganne nu gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo woya'aa fi sagalee yoo qabaanne sun nu hin geetti.